AKKAATAA ITTI CUSTOM CURSOR BLOGGER FI WORDPRESS IRRATTI ADD GOCHUU DANDEENYU.
CUSTOM CURSOR MAAL
CUSTOM CURSOR Jechuun amala xiyya agarsiitu (cursor) yeroo fuula websayitii keessanii irrati tuqamu bifni isaa akk a jijjiiramu kan godhuudha.
Fakkeenyaaf fakkii kana olii rratti akkuma argitan xiyyi agarsiistuu weebsaayitii keesssan irrattti yammuu tuqaafamu haala nama hawwatuun bakka irratti tuquun isaan barbaachisu akka tuqaniif isaan gargaara.
Amala bareedaa kana weebsaayitii keessan irratti dabaluuf tartiiba muraasa kanaa gadii hordofaa!
TARTIIBA GADII HORDOFAA
PART I BLOGGER dhaaf
1.Gara blogger dashboard keessanii deemuu.
2. Theme iddoo jedu tuquun
3. Edit HTML kan jedhu irratti tuquun.
Harka gara gaddiitti adeemuun/ scroll/ gochuun iddoo xumura irratti </body> jedhu barbaadi.
4. CSS code gadii kana copy gochuun iddoo </body> jedhu gararraatti paste godhaa. Itti ansuun save gochuun ba'uun check gochuu dandeessu.
<style>
html,body{cursor:url("https://img.icons8.com/fluency/48/000000/cursor--v1.png"), auto;}
</style>
ERGA ITTI DABALAMEE BOODA. FAKKII ILAALI.
5. Sana booda custom cursor websaayitii keesssan irratti dabalamee jira jechuudha.
PART II WORDPRESS dhaaf
Gara wordpress dashboard keessanii demuun iddoo CUSTOMISE jedhu irratti tuquu
ADDITIONAL CSS CODE iddoo jedhu tuquun CODE gadii kana copy gochuun achi irratti paste godhaa.
html,body{cursor:url("https://img.icons8.com/fluency/48/4a90e2/cursor--v1.png"), auto;}
Kana booda CUSTOM CURSOR websaayitii keessan irratti dabalamee jira jechuudha.
WEBSAAYITII DHUUNFAA KEESSSANII BILISAAN HOJJECHUUN GALII IRRAA ARGACHUUF AS TUQUUN BARACHUU DANDEESSU
APP AS TUQUUN BUUFADHAA 👉👉 DOWNLOAD 👈 APP WHITE BOARD AS TUQUUN AGADHAA