AKKAMITTI GAAFFIIWWAAN FILANNOO BLOGGER IRRATTI HAALA SALPHAAN BARREESSUUN DANDA'AMA?


 

AKKAMITTI GAAFFIIWWAAN FILANNOO BLOGGER IRRATTI HAALA SALPHAAN BARREESSUUN DANDA'AMA?

Bifa xumura gadii photo irratti argitaniin hojjechuuf tarkaaffiiwwan muraasa haalaan ibsaman kana hordofaa!





Tartiiba gadii hordofuun haalaan sirraa eegama.


1. Gaaffii jalqabaa filannoo isaa wajjin copy gochuun gara iddoo post deemuun paste godhi.

2. Compose irraa gara HTML tti deebisi.

3. Gara jalaatti darbuun code gadii kana copy gochuun paste godhi.

<button class="acc">Show Answer</button>

<div class="mcq">

  <p></p>

</div>

 

4. Deebii fi ibsa deebii gaaffichaa copy gochuun<p></p> gidduutti paste godhi.

5. Answer(deebii) select gochuun bold godhi.

6. Code <p></p> barreessuun gaaffii lammaffaa copy gochuun gidduu isaatti paste godhi.

7. HTML irraa gara COMPOSE tti deebisuun filannoo gaaffichaa isa jalatti paste godhi.

8. COMPOSE irraa gara HTML tti deebisi.

9. Deebii fi ibsa deebii gaaffichaa tartiiba 4ffaa irraatti ibsame copy gochuun gara jala isaatti paste gochuun deebii gaaffichaa fi ibsa isaa copy gochuun kan gaaffii jalqabaa sanaa bakka buusi.

10. Gaaffii hanga fedhii keetii bifa kanaan itti dabaluu ni dandessa.

11. Code kanaa gadii (# CODE 1ffaa fi #CODE 2ffaa) tartiibaan (duraa duubaan) copy gochuun paste gochuun xumurta.

# CODE 1ffaa. COPY AND PASTE

<style>

.acc {

  background-color: #eee;

  color: #000000;

  cursor: pointer;

  padding: 18px;

  width: auto;

  border: none;

  text-align: left;

  outline: none;

  font-size: 15px;

  transition: 0.4s;

}

.active, .acc:hover {

  background-color: #ccc;

}

.mcq {

  padding: 0 18px;

  display: none;

  background-color: white;

  overflow: hidden;

}

</style>

# CODE 2ffaa. COPY AND PASTE

<script type='text/javascript'> 

//<![CDATA[

     var acc = document.getElementsByClassName("acc");

     var i;

    for (i = 0; i < acc.length; i++) {

  acc[i].addEventListener("click", function() {

    this.classList.toggle("active");

    var mcq = this.nextElementSibling;

    if (mcq.style.display === "block") {

      mcq.style.display = "none";

    } else {

      mcq.style.display = "block";

    }

  });

}

    //]]>

 

</script>

 # SAVE GOCHUUN/PREVIEW/ ILAALUUN XUMURUU DANDEESSA.



GAAFFII WAANTI ISINITTI TA'U YOO JIRAATE COMMENT IRRATTI GAAFACHUU HIN DAGATINAA. GALATOOMAA! 


 

Post a Comment

Previous Post Next Post